Faarfataa Biqilaa Kabbadee- Jaalalaa f Safuudha!!

  • 2 years ago
Faarfataa Biqilaa Kabbadee faarfannoota haaradhaan dhufee jira. Faarfannaa isaa kana bakka tokkotti argachu kan barbaaddan kunoo asirraa buufachuu dandeessu.
Faarfannoota
- Jaalalaaf Safuu
-Dhiifama Nuuf Godhi
-Yesuusin Malee
-Maqaakee Nan Faarsa
-Ani Fayyeera
-Eenyu Inni
-Haaleluuyyaa
-Kan Naaf Kaa'ame
-Abbaadhs Ati Anaaf
Ati Anaaf Sirriidha
-Fudhadhu Hangafummaa
Ani Nan Yaadadha

Recommended